Sankofa Zelealem Aberra Tesfa tiin* “Hinta’a jennaan, harree qalle Hinta’u; jennaan, harree ganne Qoricha; jennaan, dhaqnee dhabne!” Jecha Sankofa jedhamu kana Saba Akaan, biyya Ghanatu addunyaaf kennaa kenne jechuun ni danda’ma. Hiiki jecha kanaa – akka Wikipedian kaa’etti, – “teellaatti deebiani fudhachuu” jechuu; yookaan mallattoota (symbols) warra Asantee isa Adankira jedhamu keessatti, mallattoo simbira (shimbira) ofirra galagaltee hanqaaqu (killee, buphaa) dugdasheerraa fuudhaa muldhatuu ti. Yeroo baayyee kan jechi kun hidhata qabaatu makmaak...
Posts
Showing posts from October, 2020