Posts

Hooda Rirriittu eele / የማሰሻው ትንግርት

    Hooda Rirriittu eele **** Yoomu nan yaadadha amantee bar-duree Waayee kotte duudaa, gaangoo ilmoo harree Fagaatee akka hin deemne qalbiin habararee Qeyetti kan madaqsu waan akka matatii Qalbii laahsessaa gaangee tibtaabii - diggimtii Qorichi amanamaan rirriittu eeleeti. Kanaafuu… gaangee haaran bitamtee yeroo qeyee geessu Utuu ooltee hin bulin rirriittu nyaachisu Madaqoo garraamii akka ishee taasisu. Rirriittu afaan keenyaan hin baddu jedhama Akkuma rirrittu naannoftee naannofte, deebitee achuma Dhorkituu fincilaa ta’uusaatu amanama. Ija dura maree, qalbiitu takaalama. Gooftarratti hin kaatu, bar tasa hin finciltu Naannoftee, naannoftee, achumatti deebiti, akkuma rirriittu. Kunoo akkasittin tabulaa raazas shee diggimtiin xaxamaa Qaamashee alangaan reebamaa Konkonashee fuuloon, afaanshee lugamaan loggomamaa Takka takkas jaanoo fi baladiin faayamaa Umriishee guutu saggarti gooftaashee dugadatti baattee Baachuu dhaa, baatanii s...
  እይታ ለግሌ                                           ዘለዓለም አበራ ተስፋ                                                         11.07.2021    ለሰው ማዬት ቢሰለቸኝ ለግልዬ አዬሁልኝ አየሁልኝ ብዙ ነገር የተፈጥሮን ድንቅ ምስጥር ተረተሩ ሲተረተር ወናፍ አየር ምጎ ሲወጠር ኘስስስ ሲል … ተፍቶ አየር ፍቅር ጥላቻን ሲያመር ጥላቻ ፍቅርን ሲያመር ቁንጫ ቁንጭትን ሲሰር ትንኝ   ትንኝትን ሲያበር ሸረሪት ድሩን ሲያከር፣ አስመሳይ የሌሊት ወፍ ከወፎች ጋር እንደ ወፍ ክንፉን ዘርግቶ ሲከንፍ ካይጦችም ዋሻ ሲወተፍ የስጋ ዝምድና ሊቀፍ አየሁ፣ መቼም ዓይን አያርፍ፣ ያኛው ሲሔድ ይህ ሲመጣ ከፍ አልኩ ሲል ሲቀናጣ ሲንጠለጠል እንደ ቋንጣ ከላይ ሆኖ ስም ሲያወጣ ስም አለቀ ከዬት ያምጣ ለሱ የሚሆን ስም እስኪታጣ አቦ ስንቱን አየሁ አቤት ጣጣ፣ የሰው አንጆ እርጥብ ስጋ ለሁሉ ኣድር ባይ የሰው መንጋ እነሳቸው አ አክ ሲሉ የሚንጋጋ እንዲተፉበት የጅ መዳፉን የሚዘረጋ የመቤቱ ውታፍ ነቃይ ለጌቶቹም ታማኝ ነኝ ባይ ወሸከሬ የሰው ...
  Miti-Dhiirota Masaraa Mootii Chaayinaa *** Faarsuu Oromoon buddeeniif faarsu keessaa: “ Yaa buddeen dhirsa dhiiraa” inni jedhu toora tokko. Oromoon “ Buddeen mootii dhaa” jedhas. Ulfinni buddeenniif qabnu hammam gudda akka ta’e himu jechoonni kun . Asmaaronnis yeroo buddeeniif weeddisan: “ Badhaasaa Calqanii, Badhaasaa Calqanii kan buddeen ajjeese madaasaa hin arganii” jedhu. Abbaa hubateef weedduun asmaarotaa kun hiika sadan tokko of keessa qaba. Inni tokko waayee isa buddeen dhabee beelaan du’uu ta’usaati. Inni lammaffaa waayee argu-itti-haree, guyyaa guutuu waa nyaachaa oolu, kan wichiroon buddeena ykn ( obesity )  galafatee yoo ta’u; inni sadaffaanii fi inni cimaan, walaloo kana waliin caalaa hidhata qabu garu akkataa itti buddeenich argme irratti xiyyeeffata. Buddeenen argame sun heeraa fi seera, safuu fi maal naan jedhuu boraafateetu argame moo abiyichi buddeeniif jedhee jira du’e, buddeeniif jedhee eenyummaasaa ajjeese laata gaaffii jedhu calaqqisa. Namichi ...